Keessummaa Kaffe Show Addisu Wayima
HTML-код
- Опубликовано: 6 апр 2025
- Watch Keessummaa Kaffe show with special guest Far. Addisu Wayima (Pastor Kefyalew Amante) for an enlightening discussion on faith, life, and more. This top show is a must-watch for anyone seeking inspiration and spiritual guidance.
Waaqayyo guddaa isiin haa Eebbisu maalo sabaa Waaqayyo farfaata Addisuf konkolaata bitaaf dhugaa nama hubaata nama Waaqayyo nuuf kenni❤
Wow! Amazing be blessed both of them.
may God bless you
Addisu wahima top singer in Ethiopia !
Gaafa sagale dabarsitsan immo back ground sagale kash kash jedhu balleessaa! Dhiifama immo an nama isin gorsu immo miti dandahae
Garuu qulqullinan akka darbu barbada
Faarfataa Addisuu naman ani baayyee jaaladhu fi kabajuu, nama qaalii Oromoon qabduudha. Faarfannaa isa keessatti jechootni inni fayyadamu baayyee na ajaa'ibu. Gadi fageenyi walaloo isaa jabina isaaf ragaa dha. Fayyaa fi nagaa ta'i, darbii nuuf jiraadhu jabaa namaa!.
❤Darbii nuu jiraadhu, Waaqayyo Si wajjiin haa ta'u!
Isin lamaan keessanuu ayyaana addaatu isinirra jira nuuf jiraadhaa Eebbifamaa
🥰Addsisuuko Abbaa Jecha dilbii🥰🥰🥰🥰
Isin nuuf ebbaa kenyaa dhugaa bayyeema isiin jalladha ebbifamaa waan bayyee isiin baradhaa anii jirenyaa koo keessaatti iddoo guddaa isiinif qaba waqaayyoo baraa keesssan haa ebbisuu ebbifamaa. Adde fii paster Kaffe.❤❤❤❤
Waa'ee Aaddisuu Waayimaa ,waa'ee keennaa fi ogummaa isaaf kennamee,dubbachuu caala callisaniituma Ayyaana Waaqayyoo isa irra jiru dinifkachuu wayya.what a wisdom? What the humbleness he is? Bara kana nama akka kana dhalootaaf dhimmu! Woooow! Addeekoo we love you and i feel always lucky to be a part of your generation! Waa'ee ayyaana guddaa siif kenname kanaaf Waaqayyoon guddaan galateeffadha!
Addisuu kana gaafan arguu na gammachiisa baayeeman jaalladha nama jaallatamadhas kutataa nama jaba farfattoota oromoon qabduu keessa Addisuun nama jalqabati
Jabaadhu jabakoo
Farfata farfannansa hin quufamne jaalalan siif qabuu guddaadha waaqayyo baraf jireenyakee haa eebbisuu darbii deemi homallee si dura hin dhabbatiin
Pastor galatooma waanta nama jaba kana nuuf dhiyeessitaniif!❤❤❤❤
Addisu kanamee waaqayyomatu nuuf kenneem dhugaa. Ani faarfannasaanan waaqayyon bare jechuun nan danda,a
Addee keenya, Qabeenya keenya, sabboonummaa keenya baay'ee sijaallanna dhugaa.Faarfannaan kee ofiima isaafu Afuura waaqayyoo nukeessa gadi fageessee dhaabbeera ulfaadhu. Ati dikshinarii Afaan Oromooti anaaf!!. We Love you❤❤
Kabaa Fidoo nuf fidaa mee pelas ❤❤️
Hedduumoo Eebbifamaa eerga guddaa Waan nuuf qoodanif
Addisuu ati dhugaa eebba oromoon qabu keessa ati isaa tokkoodha waan jedhuu you jirratee baayee baayee si jaaladha waaqayyoo bara kee Haa eebbisuu respect you 🎉
Bayyeen isiin jaladhaa laman keessaanu.maloo eliyas banti nuf Aferi
Far. Addisu jechuun nama jabaa waldaan kiristana qabduudha, farfaanan isaas kan darbee jiraatudha, yoo in dandaama tahe akka kotti farfaanan Addisu afaanootta biyyaa lafaa irra jiraanitti yoo hikaame lubbuu baay'eettu ittin eebbifama jedheen yaada
Pastor Kafyalo Eebifamii nama jaba nuu fiddee isan jaaladha eebifamaa.Pastor Destaalle nuu dhiheesi guyyaa tokko!
Dhugaa Anii Akkatii isin jabadhu Lamanii keesani iyuuu umurii dhera nuf qabadha Ebbifamo kenyaa ❤❤❤❤❤
Addisu , Waaqayyoo si ha eebbisu deebi ati laattu nama aja’ibsiisa, hubanna Waaqayyo siif kenne guddaadha. Bara nami horiin macha’ee kana keessatti ofi keera darbitee wa’ee dhalootaaf aadda kun kenna guddaadha. You didn’t trade-in spiritual gift with things a.k.s money. You didn’t “bow down “ for money, you replied what’s filled in your heart.
Stay blessed.
Farfaattaa Addissuu nuu jiradhu baayeen si jaladha dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo isin haa eebbisuu Torbe Far/pas Baacaa Bayyaanaa nu dhiyessaa
Maloo paster waaqayyo baraa fi jireenya keessan haa eebbisu jechaa itti fufaa!
Faar.Addisuun immoo hambaa dhaloota kanaati.❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Addisuun kitaaba kenyaadha waan bayyee kessattii argina
WowwwwwwwwwwAddee waaqayyoo barafii jireenyaa kee haa eebbisu farfannaa kee hundasaa jireenyaa koo iitti boqote waaqayyoo ammaayu ayyansaa sif haa dabslu padter kafee waaqayyoo barafi jirenyaa namaa baay.ee jaallanu adde nuu fiduu kessanif eebbifama humnaa dhigaa hoolichaatin
Uuuuuuuuuuuuufffffee qaalii nama Waaqayyoo isinni haaebisuu ebifaamaa ebifaamaa daacha 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Nufjiraadhaa 💔✊✊🥰✅
Addiisuu nama gudda Waaqayyoo sihaa Eebbisuu we really respect you
Dhugaa dubbachuuf faarfataa addisuu waayima nama guddaaf nama jabaa waaqayyo nuuf kennedha. Baay'een si jaalladha eebbifamaa Koo!
Durumayyuu... baayyeen si jaalladha #Addeekoo...❤
Wwwwwwwooooowwwwww namota waqayo bayen sin jaladha farfata adisu baye jaladha ebifami ergani kee hundino baye itti ebifame ebifami jabadha waqayo si haa ergaru ebifami ati nama addati nama oguma guda qadudha ebifami sin jaladha ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dubbatte Addee! waan Waaqayyoo kana gara dabarsanii qabeenya argachuun gadhee qofa miti, booru barcuma firdii Gooftaa keenyaa Yesuus duratti gatii/gonfoo malee nama hambisa. Araarrii fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa, kan Ilmasaa Yesuus Kiristoos dabalee siif haa baay'atu!
Namni Faarfataa Addisuu Waayimaa jedhamu kun dhuguma nama dinqii wayiidha. Faarfataan akka isaas hin jiru. Fakkeenya dhalootaa😍😍😍
Addoo, Gorsaa Olaanaa Miseensa Dhaabbata Tola Ooltummaa Hirkoo Lammii 💕
Farfata Addisuu waayima dhuguma nama dhugaa,nama of agarsisu hin barbaanne,nama cimaa,albuuda Gati jabeessa,beekaa,nama galeef ,addeekoo ATI nama sirriidha rabbi umuriikee nuuf haa dheeressu.
waantin hojjedhuu sun waan mallaqatti jijjiramuu miti waan dhalotatti jijjiramudhaa malee,,,,what an amazing word ....Waqnii si haa ebbisuu
Waaqayyo isiin haa eebbisu Far Addisuu fi Pr Kafeyalew dhuguma eergaa guddaa nuuf bara kanaaf ta'u keessatti harganeera.
❤❤❤❤❤❤❤
Faarfamaa Addisuu Waayimaa Abba jechoota dilbii goota waaqayyo nuuf kaase ammallee waaqayyo guddaa si haa eebbisu
Paaster Kaffenis Galatoomi
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤
Waaqayyo isin haa eebbisu. Keessummaa yeroo itti aanuu Faarfataa Baacaa Bayyanee utuu affeertanii baayyee natti tola
Waqayoo bayyee isin yaa ebisuu namaati waqayoo bayyee isiin jaladhaa dhugaa ebifamaa❤❤❤🔥🔥🔥🔥🙏🙏🙏🙏🙏🙏
He is so humble gooftaan daachan si haa eebisuu.
Isiniin sinaan jaaladha jechi jedhu duwwan hin ibsu: namnillee haala ilaaletu miira isaa ibsata! Anaaf isin muka akka qarqara bishaanii jiruuti: isa yeroo kamittuu ijji iraa hin dhabamneeti! Waaqayyoo isa kennaan biraa hin dhibne irraa Ayyaanni siniif haa dabalamu: dhaloota keessaan ta'uukootti waaqayyoon nangalateeffadha! Sababnisaas ayyaana Waaqayyoo isaan ittiin fayyeef jechoonni isin keessaa burqaan sutaadha! Ykn akka cuunfaa isa qodaa ibsaatti naqamuuti! Galatoomaa!
Welcome maatii jalalaa ebbifamaa jechaa nama kabajamaa Addisuu baayee nama jaladhu fi kabajudha
Waaqayyoo umurii dheraa SIIF haa keenuu animoo osso siin Argiini Nan hanbisiini Adoo Ebbifamaa ❤
Addisuun dhugaa kennaa keenya❤ maaddii nyaatamee hin quufamnetu keessa isaa jira.nuuf buli qaaliiko❤❤
Paster kefalew fi farfataa Addiisuu waqayyoon dachaa dachaa isiin haa ebbisuu. Baayee isiin jallaadhaa ❤❤❤❤
Ani dhugaa dubbachuuf nama keessikoo waaqayyo gaditti itti boqottu nama waaqayyo Addisu baay'een kabajaa.Nama kana osoon qaaman argee waliin haasa'ee natti tola, ammas waaqayyoo carra nuuf kenna jedheen yaada.Atis Paster heddu galatoomi, jabaadhu
Waaqayyo isin haa eebbisu!
Keessumaa Faarfataa Addisuun kitaaba jabaa dhaloonni jaarraa kanaa irraa barachuu qabudha💜🥰✝️📖🤲
adisuu wayuma bayyeemaa si jaladhaa ❤❤❤❤❤
bu'aa kee jireenya bara baratti ebbifaman
Isin laaman ibsun baayyee namattii ulfataa guddaa waaqayyo isini haa Eebbisuu Eebbifamaa ❤❤❤
Addisuu naa hubbata
jira (3) waqayyo jiraa ,isa nurakkise gararraa waaqayyo jira.Addisuu nama waaqa!
Ani dhugaa dubachuu akka waqayon ofi isaati naati dubatee nati fakate garu dhugumaa oromof keenaa adati atii ebifamii waqqayyo umurii dheraa sif ya latuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow akkumaa namatti toluu interview keessan❤❤❤nuuf jiraadha namoota waaqayyo❤❤
Akkuma atiyyuu jette maraatummaan ammaa kun ni darba garuu, warri maraatummaa kanatti hirmaachaa jirtan dhaabadhaa of ilaalaa! Dhaamsa guddaa dha, Addisuun nama Waaqayyoo nama hubataa fi nama guddaa dha. Umrii dheeraa siif haa kennu.
Addekoo ati dhugumaa ebbaa sabaa kanati waaqayyoo gati si ebbaa saba kanaa si godheef sabaa kanaafis yaddaa Bless you!!
Addoo Gootaa Wangeelaa.Gootaa Faarfannaa.
Diamond Oromoo akkattan si Jaaladhuu
Eebbifami nama waaqayyoo,faarfataa Addisuu waayimaa.
Faarfataa Addisu Wayimaa nama mootummaa Waaqayyoo fi saba Oromoof aarsaa guddaa kanafalaa turee fi ammallee hojii gurguddaa hojechaa jirudha. Nama kana akka sabaatti gargaaruuf utubuun dirqama dhaloota kanaati jedhee amana. Bar waaqayyo eebba isaan na yaadatutti, anillee gumaacha mataa koo gochuuf nan carraaqa
Addee hubataa nama nuuf jiradhaa fakkenyaa dhalotaa. Hundaaf tanan wa bayee baradheera siniraa ebbiffama ayyannii sinifaa bayatuu❤❤❤❤❤❤❤
Yes ebifamii
Thank you, Addisu, for gracing us with your divine talent and for being a source of spiritual nourishment through your beautiful music.
you are not only a spiritual singer you are a gift for Oromo people and for this generation.
God bless you much more.
In the end, what you wish for oromo people is a strong message.
you are a critical viewer.
Ergaa gurguddaa nama barsiisa Pastor Kafe Amante Waaqayyoo isin haa Eebbisu Addees siinis baayyeen jaalladha
Please maaloo Farfata Megersa Bekele nuuf dhiyeessi
Faarf Rahel Terefe wajjiin
Kafalew bayyen lalabakeen ebbifsma turee❤❤❤ addisuu bayyee jalladha❤❤❤
Gooftaan dachaa isin haa eebbisuu! Hedduu isin jaallanna!👏🏾👏🏾
Dhugaa dubbachuuf Garaakoo keessaan isin eebbisa. Paaster Kaffee baayyee eebbifami!
Baay'ee Eebbifamaa ergaa akka malee nama gammachiisuu fi yeroo kana nama hundaa( Amantoota hundaa) barbaachisudha!
Addiyyee koo Atii Dhugummaa Namaa Addattii namaa,waqayyoo Manasaf Sii muudedhaa Mootii koo❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo si haa Eebbisu. Ammayyuu Ayyaanni dachaa siif haa baay'isu Addee ko!❤❤❤❤❤
kafe baay'ee galatoomi.saganta gaarii fi barumsa qabudha.dhiifamaa wajjin namni baay'eenis akka ilaaluuf kutaa kutaan ta'ee osoo dhiyeefame gagaabatee.
Addee waaqayyoo baraafi jireenyaa kee haa eebisu jirenyii haa eebbifamu maqaa iyesuin
Waqaayyoo guddaa haa eebbiifamuu nama akkasii waqaayyoo nuf laachuu isaatii. "addisuu great Men"
Addee baay'ee si jaalanna waaqayyoo ammallee dabalee saa eebbisuu ani jireenya koo kan jijjiree faarfannaa keeti keessatu kan bara 1995_1996 jidduu album's kee jalqabaati baay'een eebbifamee
Wowowowow waaqayyoo isin haa eebisuuu eebifamaaaa ❤
Jaalalli mucaa kanaaf ani qabu ittuma dabalaa deema,ani mandara keessatti yeroo inni tajaajilu irraa tajaajilamaa ture,garuu dhaabbannaan isaa nama hin jijjiiramne nama kana qofaan arge.eebbifamaa namaa🥰🥰,Atis nama kana nuuf dhiyeessuukeef eebbifami ulfaadhu.
I like it
Of beekuun barbaada
Macaafa calatti baruun barbaada
Waaqa hubachuun narbaada amayuuu inni jedhuu dubbi namoonni itti hin yaadneedha 🎉
Namni bifa waaqati umamee inni jedhu bifa alaan mul'atu sana irraa sammu ykn yaada reasoning sanadha. Kanaaf murtoo sirridha❤
Addee waaqayyoo guddaa bara keefi jireenya kee haa eebbisu
i love this singer even if i cant kow the meanig GOD bless you❤❤❤❤❤❤
Adeekoo waqayyoo sihaa ebbisuu namaa guddakoo❤❤❤❤
Yoo duubbatan akkakee kanattii dubbaatuu waan jabduu mootii dhiiraa jabaakoo waayee duudhaa baga himteef dhugaa filatamaakoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
AMEN AMEN WAAQAYYOO FI JIRAACHU WAAN HUNDUMMA CHALAA EBIFAMMA
addisu nama ani jaalladhu fi farfanna isaan kanan bayy'ee eebbifameefha❤❤
Isin lamaanuu walfakkaattu. Firummaa qabduu please natti himaa. Yeroo 2ffaa waliin isin arga.❤❤❤
Uuuuffee adde baayee sijaallanna dhugaa. Eebbifami
Farffaata Adisuu nama kabajamaaf jalatama ayyaaannii waaqayyoo irraa jirudha gooftaan bara keef jireenyaa kee haa eebbisuu eebbifamaa❤❤
Eebbifamaa! gatiin keessan jireenya bara baraati waan ta'eef jabaachuutu isin irraa eegama.
Love Adisu
wow!!!! namoota jajjaboo waaqni nuuf kenne nuuf jiraadhaa! bifaafi hojiin keessanillee kan wal fakkaattanidha! Eebbifamaa.
❤❤❤❤❤❤❤nuuf jiiradhuu Farfaata Addisu Ayyani sirra jiruu bayyetti nama ebiisa anille hirmatuu ayyana kee kanatti
Akkasummas p/Kafe guuda ebiifama barumsi isiin nuuf dabarsitaan lafee namatti qabata ayyani isiinif bayyatee kuun dachaan isiinif haa dabalamuu kan akka keessanitti sagaallee wQY hikke nama barsiisuu kan akka keessani kun nuuf haa bayyatuu❤❤❤❤
Sagaantaa birarratti immo faarfaata Baca bayyana nuuf dhiyyessa isarayyis waan baranuu qabna❤❤🙏🙏
Waqayyoo ammayyuu kenna kanaa olii dacha isinif haa kennu farfataa addisuu wahimafi phasteri kenna.dacha nuuf ebbifama nufi jiradha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
obboleessaa koo addisuu waaqayyoo bara kee haa ebbisuu barnoota guddaan sirraa baradhe.
I love the life and ministry of beloved brothers Addisu & Kafe. Stay blessed because you speak the truth of the gospel. You are disciples of Jesus ❤❤❤.
Addoo naman farfanna isa dhagefadhe ittin boqodhu ebbifami
Addisuu koo Waaqayyo umurii dheeraa siif haa kennu.
Uffee addoo waaqayyoon si haa ebbisu ♥️♥️♥️♥️♥️❤️🌹
Eebbifama waaqayyoo dachaadhaan isin ha Eebbisu jallatamowwaan❤❤❤❤
waaqayyo guddaa isin haa eebbisu. baayyeen irraa baradhe.
Faarfataa Addisuu jaallatamaa keenya dhugaa jechaa ittiin si ibsuu hin qabuu yaada ijo irratti dubbachaa turtan galatooma!!
Adaraa kee farfataa akka kee hafuuran farfatuu of duuka kaasi ebbifamaa❤❤❤❤❤
Akkatan isiin jaaladhuu isiin lachuu eebbifamaa dhugaa ❤
Wahuuuuu❤❤❤❤❤ namatii tolaa ebbiffamaa
Nuf Jiraadha Waaqayyo Uumuurii Keessaan Nufa Dheeresuu ❤❤
Woww eebbifamaa matii goftaa🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
ebbifamaa😍😍😍😍🥰
Addeekoo bilchaataa koo ati kennaa saba kanaati ❤❤
Galatoomi namoota keenyaa!
Waa'ee Far. Addisuu waan umurii koo guutuu shakkii natti ta'aa ture qulqulleeffadherra. Xiyyeeffannaan faarfannaa Koo fi tajaajila koos wholistic akka ta'u qabu hubadheera